Suuraa kana irratti sabboontonni magaalaa finfinnee B/O/Y/Finfiinnee, haayyoota Oromoo walumaagalatti sabboontonni Oromoo magaalaa finfinnee jiraatan gaafa 29/03/2006 ganama sa'aa 3:00 hosphitaala minilik argamuun reenfa Jaal Gaaddisaa gaggeesuuf lakkoofsan kuma sadii ol kan ta'aan argamuun isaani beekameera. kuniis akka armaan gadii kana fakkaata.

Qabsa'aan kufuus qabsoon itti fufa!!!!

 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
     
 

Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.