|
|
|
B/ Galaanee Qixxeessaa |
B/ Gamachiis Yooseef |
B/Tsaayinesh Alamuu |
|
Maqaa Guutuu |
Umuri |
Hojii |
|
Guyyaa
miidhaa |
Gosa miidhaa |
Eessatti |
Saala |
|
Bakka Dhaloota |
Godina |
Aanaa |
Ganda |
1 |
Tsaayinash Alamuu Yoseef |
16 |
Barattuu |
L/Wallagaa |
Najjoo |
02 |
15/11/2005 |
Rukuttaa garmalee irra ga’een gadameessishee midhamee maseenummaa umurii guutuu |
M/B/Kompireensiivii sadarkaa 2ffaa Gimbii |
Dhal |
2 |
Galaanee Qixxeessaa Yaadataa |
16 |
barattuu |
>> |
Jaarsoo |
Ganda Q/Bulaa |
>> |
Rasaasaan Miilii ishee Mirgaa rukatamee naafatte |
M/B/Kompireensiivii sadarkaa 2ffaa Gimbii |
Dha |
3 |
Roomaan Addaamuu Baayisaa |
14 |
>> |
>> |
Gimbii |
Diddisaa Biqqilaal |
21/12/2005 |
Halkan keessaa sa’a 7:00 irratti ajjeefamte |
Mana warra ishetti |
Dha |
4 |
Daawwiti Mokonnin Qinaaxxii |
18 |
Barataa |
>> |
>> |
Warra sayyoo |
__ |
Barnoota irra ariyameera ,Reebameera, Amma immo naannoo irraa baqatee jira |
Magaalaa Gimbii |
Dhi |
5 |
Yahannis Mokonnin Qinaaxxii |
16 |
>> |
>> |
>> |
>> |
__ |
Yeroo dheeraa ergaa hidhamee boddee immo yakka tokko malee M/Mttii itti beellaaman deddebi;aa jira |
Magaalaa Gimbii |
Dhi |
6 |
Zalaalem Mulaatuu Nagarii |
17 |
>> |
>> |
>> |
>> |
__ |
Reebicha cimaa reebamee,amma immo baqatee maatii irra adda ba’ee jira |
>> |
Dhi |
7 |
Gammachis Yoseef Ayyaanaa |
14 |
>> |
>> |
>> |
>> |
19/12/2005 |
Karchalleetti ji’a 2 ol hidhamee amma immo jiraacheef waan itti cimeef baqatee jira |
>> |
Dhi |
N.B Guyyaa barattuu Roomaan Addaamuu Baayisaa mana warrea ishee keessatti ajjeefamtu kana Adaadaan ishee umuriin isaanii waggaa 65 kan ta’e waraana Aggaaziin ergaa akka amaatti reebamaanii miilii isaanii irmgaan cabeera.
|