Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Jaarmayni Biiftuu Ganamaa ayyaana hoggaa 4ffaa ayyaaneffate

Waxabajjii 17, 2006 (Toronto) - Jaarmayni Biiftuu Ganamaa ( Caayaa ABO, Torontoo) Ayyaana hoggaa Afraffaa guyyaa arraa kana bifa oowaadhaan ayyaaneeffatan

Jaarmayni Biiftuu Ganamaa, Jaarmaya Hawwan fi Dubartoota Oromoo magaalaa Torontooti Jaarmayni kun Caayaa ABO ta’ee eega ijaarame hoggaa Afuri Jaarmayni kun eega ijaarame irraa kaasee QBO kan ABOn gaggeeffamuuf tinnisa gumaachuun Jaarmayoota Oromoo biyya alaa jiran keessaa sadarkaa tokkoffaatti ilaalama. Jaarmayni Biiftuu Ganamaa guyyaa itti bu’ureeffame bara baraan kan ayyaaneeffatu waan ta’eef guyyaa arraa kana Ayyaana hoggaa afraffaa bifa gaariin ayyaaneeffatee olee

Ayyaana kana irrattiis miseensoonni jaarmaya kanaatii fi miseensoonni fi deeggartooni ABO magaalaa Torontoo heedduun irratti argamanii jiru.Ayyaanni kun Daa’imman uffta Adaa uffataniin, Faaruu Alaabaatiin baname. Baniinsa ayyaana kana irrattiis D/Teessoon Jaarmaya kanaa haasawa bal’aa godhanii jiru akkasumaas manguddoonni hedduun walduraa duubaan haasawa gorsaa fi miseensa isaanii jajjabeesu eega dabarfatan booda D/T konyaa Mul’is Abbaa Gadaa torontoo fi D/T Kutaa Kaanaadaa bakka dhaabaa bu’uun haala QBO kan yeroo kanaa ilaalchisee ummataaf ibsa gabaabaa godhanii jiru.

Sirna baninsaa booda ummanni Nyaata Aadaa kan qophaawe eega nyaatan booda sirba Oromoo hedduu sirbamaa ooleen gammdaa oolan maayyii irrattiis miseensoonni jaarmaya Biiftuu Ganamaa dirqama isaanii kan fuula duraa dachaa dachaan QBOf gummachuuf wa’adaa isaanii haarayoomsuun ayyaana isaanii injifannoon xumaratan

Jaarmaya Biiftu Ganamaa Toronto

Gadaan Gadaa Bilisummaati

IUOF

17/06/2006, Toronto,Kaanaadaa

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net