Hagayya 25, 2006 (Oromiyaa) - Mootummaan Wayyaanee Midhaan Ummata Beelayeef Adduyaan Arjoomtu Gurgurataa jiraachuun dhagahame. Midhaan Buufataa Midhaanii Shaashamannee , Walaayittaa fi finfinnee jiru keessaa Baasaa Kan Gurgurataa turte yemmuu ta’u Yeroo ammaa ammo midhaan ummata Beelayeef Dhaabonni akka Oxfam ,Ahluul keeyiri fi Dhaabbotiin adda addaa Godhan Gurgurataa kan ture yemmuu ta’u Ji’oota darban kana ammo Midhaan Namoota naannoo Sumaaliyaa fi kibba Oromiyaa jiraniif kennamaa jiru ajaja Mootummaa Feediraalaatiin Konkolaatota isaaniitiin Feesisuun Gurgurataa jiraachuun irra gahamee jira Midhaan erga fe’amee bahee Booda Konkolaachisootatuu fudhatee bade jechuudhaan Beeksisa sobaa namoota midhaan fe’aniifii abbootii Qabeenyaa irratti Baasaa jira.Gama biraan Midhaan kana fe’uufi Dursa Qarshii waan fudhataniif kunis walumaan nyaatamaa jira. Keessa Beektonni akka jedhanitti Itti gaafatamoota Buutfata midhaanii Dorsisuudhaan erga akka Konkolaataa isaaniitiin fe’amu Godhanii karaa Dabrsaa jiru
Beeksifni bayee Dhabbattoota midhaan kana Arjoomaniif kennamaa jiru akka armaan gadii kana fakkaata.
Abbootii Qabeenyaa Konkolaachistoota Midhaan Qabataanii karaa irraa goran ykn Badan fi gabatee Konkolaattotaa
Lakko. |
Lakko.Gabatee Konkolaatichaa |
Maqaa Shufeeraa |
Maqaa abbaa qabeenyaa |
Hanga midhaan fe’amee /kuntaalan/ |
Ajaja laakko. Midhaan fe’amee |
Laakko Bahii Dokme
|
Guyyaa itti Bobbaafame |
Mallaqa Dursa Kennameef
|
1 |
3-04879 |
Sisaay Yilmaa |
Riyad Ahmad |
100 kuntaala |
23884 |
|
01/10/98 |
5.000.00 |
2 |
3-21792/05501 |
Indashow fallaqaa |
Birhaanee/Walda Sillasee |
250 |
23879 |
|
05/10/98 |
13.000.00 |
3 |
3-12947ykn3-29471 |
Nasir Aman |
Jamal Shikur |
120 |
23900 |
32377 |
06/10/98 |
6.000.00 |
4 |
3-11256 |
Kamal Umar |
Tariku ijiguu |
120 |
23934 |
32424 |
10/10/98 |
6.600.00 |
5 |
3-27594/07740 |
Samu’el katamaa |
Tasfaye dastaa |
380 |
23935 |
32413 |
12/10/98 |
11.800.00 |
6 |
3-13303 |
Kifle Boggale |
Dani’el G/Tatiwos |
182.59 |
24262 |
35035 |
29/10/98 |
10.000.00 |
7 |
3-13393 |
Damise Wariye |
Li’ul Marqos |
300 |
23936 |
32408 |
12/10/98 |
16.000.00 |
8 |
3-22190/08912 |
Yared Tasfaye |
Balay Balachow |
250 |
24305 |
32475 |
12/10/98 |
11.500.00 |
9 |
3-16019 |
Alam Ara’ayaa |
Firew Girma |
150 |
24307 |
32462 |
12/10/98 |
7.000.00 |
10 |
3-02601/07175 |
Sintayohu Axnafu |
Shifaa Sharif |
286.36 |
24347 |
|
19/10/98 |
10.000.00 |
11 |
3-11757 |
Alabachow Kabbade |
Dani’el G/tatiwos |
257.93 |
24319 |
32494 |
20/10/98 |
10.000.00 |
12 |
3-27699 |
Indale Idiris |
Dawit Nigus |
182.53 |
24325 |
35021 |
20/10/98 |
6.000.00 |
13 |
3-19456 |
Addis Habte |
Lamma Habte |
125 |
24351 |
|
10/10/98 |
6.000.00 |
14 |
3-15299 |
Shamsu Samman |
Ahmad Indiris |
100 |
24371 |
32439 |
14/10/98 |
11.600.00 |
15 |
3-02940/06414 |
Nardos Gizow |
KidaneG/mariyam |
250 |
24376 |
32447 |
14/10/98 |
10.000.00 |
16 |
3-21161 |
FasilTasfaye |
Nuradin Ahmad |
200 |
24386 |
32476 |
17/10/98 |
6.200.00 |
Walumaa galatti Maallaqni Dursa fudhatame Dimshaashni isaa 145900.00(kuma dhibbaaf afutami shaniif dhibba sagal)dhabota kana saamanii jiru. Dhaabotiin Midhaan kana Kennaa turan Qabenya saamame kana barbaadaa jirani Harki mootummaa waan keessa jiruuf argamuu hin dadeenye.
Saamtuun haa dhabamtu!!
Injifannoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaa ti
|