Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Ibsa ejjenno Gamtaa Barattoota Oromoo Yunivarsiitii Gondar.


Nuti barattotni Oromo yunivarsiti Gondar rakkoo mooraa yunivarsiti Maqalee keessatti raawatamaa jiruu waliin wal qabatee mari ball’aa erga goone boda ejenno keenya akka arman gaditti ummata kenyaaf  ibsina.

  • Kitaabni seenaa saba kenyaa xuressu bareffame sun hatattaman akka qulqullahe  barressaan kitaabichaas murti sera aka argatu, jarmiyaalen dhimmi kun isan ilaallatu hundi ta’i  kana aka balaalefatan ni gafanna.
  • Barattotni kenya yunivarsiticha kessa jiran irratti doorsisa, ukkaamsaa, bombiin rukutanii gidirsuu fi hidhaan irra gahaa jiru hatattamaan akka dhaabatu ni hubachiifna.
  • Maxxantoni wayaane (Dh. D.U.O)nis dhimmi kun gaaf tokkoo wan seenaan isin gaafachiisuf yoo dandessani kitaabichi akka gubamu akka dhibaa gootan isin akeekkachiifna.
  • Barattootni keenya yuunivarsiitii sanaa hidhamanis haal duree tokko malee akka gad lakkifaman akeekkachiifna!
  • Barattoota keenya yuunivarsiitii garaa garaatii argamaan yeroo hunda rakkoo uumaman hundaaf itti gaafatamaa gochuun hiraarsuun akka dhaabbatu hubachiifna!
  • Rakkoo yuunivarsiitichatti uumame furmaata haqa qabeessa kan hin arganne yoo tahe nutis tarkaanfii mataa keenyaa fudhachuu irraa duubatti kan hin deebine ta`uu keenya firaafis diinaafis hubachiifna!
  • Ummanni Oromoo dhimma maqa balleessii fi xureessii kana hubatee bakka jirutti wayyanootaa fi ergamtoota isaanii balaaleffatu waamicha dabarsina.

Injifannoo Ummata Oromoof!

TOKKUMMAA BARATTOOTA OROMOO YUNIVARSIITII GONDAR (T.B.O.Y.G)

Caamsaa 23,2006

Gondar

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net