Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsa ejjennoo Barattoota Oromoo Yuniversity kibbaa
.


(haala waliti bu'iinsa booranaa fi gujii ilaalchisee)

Akuma beekamu yeroo ammaa kana uumatni Oromoo bahaa hanga dhihaati kaabaa hanga kibbaatti waliif dirmatee wanjoo gabrummaa isa irra jiru of irraa fonqolchuuf sagalee isaa tokkuummaan dhageesisaa jiraa. Haatau malee diini kana hubatee waan rifateef uumata yeroo dheeraaf nagaan wal duuka jiraataa ture gosa Oromoo gujii fi booranaa waliti naquu dhaan qabeenyaa fi lubbuu namaarrati midhaadhaan hagana hin jedhamnee qaqabsiisee jiraa kanaaf nuti barattootni Oromoo kanneen yuniversiitii kibbaa keessati argamnu waaee wal dhabinsa kanaa ilalchisee guyyaa gaafa 12/6/2006ti wal gaii gosa lammeen kan hammate godhameen gadda guddaa nuti dhagaaame ibsaa, ibsa ejjennoo armaan gadii baafannee jiraa.

1. Osoo mootummaan jiruu wal dhabbii torbaan lamaa oliif tae tureen qabeenyaa fi lubbuun ilmaan Oromoo hedduun badee jira, akkasumas qabeenyis saamamee jira. Haa tau malee gama mootummaatiin furmaati haga haraati fudhatame tokkollee hin jiru; kun tauu isaati ammo hedduu nu gadisiisee jira.

2. Mootummaan Wayyaanee umrii aangoo isaa dheereffachuuf jecha, yaada lafee
lafeen cabsuutiin uummaata abbaa tokko kan yeroo dheeraaf nagaan waliin jiraachaa ture walitti buusee jira. Kanaaf jecha uummatni gama lameenuu rakkina kana akka aadaa isaaniitti karaa nagaan furmaata itti falachuudhaan; nagaan waliin jiraachuu akka itti fufan yaamicha keenya dabarsina.

3. Humnootni motummaa gochaa araaraa fakkeessanii badii fi dararaa uummata irratti fudhachaa jiran irraa akka of qusatan cimsinee akeekkachiisan.

4. Uummatni gama lachuu (Booranaa fi Gujii) uummata sirna GADAAtiin bulu waan taeef, fala wal dhabbii kanaa uummatichi aadaa fi sirna GADAA isaatiin akka falatu itti dhaammanna.

5. Dhuma irrattis qaamni dhimmi kun ilaalu hundi kan biyya keessaas tae kan biyya alaa dhimma kana furuuf atattamaan akka hojjetan waamicha lammummaa dabarsina.


Injifannoo Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net