Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Ibsa Ejjeennoo waldaa dargaggoota  Naqamtee G/W/Baha Mandhee URJII BARII irra

Ebla 18, 2006 (Oromiya) - Mandheen kun ibsa ejjennoo ishii kana kan baafatee guyyaa gootota Oromoo wareegamanii ebila 15/4/2006 ilaalchiseeti. Mandheen kun ibsa ejjennoo ishii akka armaan gadiitti tarreesiti:

1. Akkuma gootota Oromoo darbaan kanaa nutis miseensonni urjii barii hamma bilisummaatti wareegama feesisu ni baasna jennee murannoon kaanee mootummaa Wayyaanee isa dhiiga ilmaan Oromoo lolaasa jiru kana dura ni dhaabbanna.

2. Bilisummaan tokkummaa malee hin argamu waan ta’ee Barataa, Barsiisaa, Qonnaan bulaa ilmaan Oromoo biyyaa isaanii keessatti akka lammii lammatatti illee hin ilaalamnee kana bilisummaa gonfachiisuuf nu faana akka dhaabbattan waamicha keenyaa ni dabarfanna.

3. Warreen garaan keessan isin gurguree halagaa duukaa fiigdani lammii keessan dabarsitaanii klennitanii fi dhiiga uummata ttin guddachuu barbaaddan bor seenaan kan isin gaafatu waan ta’eef gocha keessan kanarra hatatamaan akka deebitan akeekkachiisna.

4. Boolla namaa hin qotin yoo qotte gad-hin fageessin kan keessatti kufu hin beektu jedhanii Oromoon akka mammaaku, lukkee taatanii hardah Oromoo hiraarsaa jirtan, itti roorrisaa jirtan, humna halagaa tortoraa ta`e kanaaf oduu kan kennitan, waliin dhaabbattan walii gala lukkeen halagaa waliin fiigdan halagaan ykn wayyaannen fi ergaamoon ishii galuun ishii hin hafu kanaafoo? Isiniin boolla maltu isiin nyaata ?

5. Akkuma mukti qottoodhaan ati maal nu goote jallaa muka keenyatu nu fixee malee jedhee. Isinis ergamtooti Wayyaanne OPDOn Oromoof dhaabbanne jettaani dhiigaa saba Oromoon kan dhiiqataani bilisummaa booda waa’een keessan maal ta’a laataa? Mee isunumti deebisa. Yoo ammumaan ummata keessan dhiifama gaafattanii isaaf qabsaahuun seenaa hojjettan isinii hin wayyu?

6. Walumaa galati barri kun bara Oromoon bilisummaa gonfatu gumaan oromoo deebi`u nuuf haata`u jennee murannoon kaanerra.

 

 GADAAN GADAA BILISUMMAATTI

 INJIFANNOO UUMMAATA OROMOOf

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net