Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsaa fi Akeekkachiisa

Madheewwan Qabsoo bilisummaaf Wallagga Bahaa Anolee Ibaantuu, Limmu, Giddaa, Amuru, Jaartee, Saasigaa, Diggaa, M/Naqamtee, Waayyuu Xuqaa, Guutoo Giddaa, Haannoo, Siree fi Billoo Boshee keessatti, akkasumas Godina Shawaa bahaa jala aanota jiran keessatti ijaaramanii jiran marihachuudhaan ibsa ejjennoo baasaniin

1. Ijaaramuu TBD ni deeggarra

2. Ijaaramuu TBD dhaan wareeranii olola adda addaa ofaa kan jiran kan akka wayyaaneef osoo hin gowwomsaminiif osoo hin jilbeeffatiin waan dandeenyu hundaan kaayyoo fi tarkaanfii TBD ni deeggarra.

3. Ijoollee Oromoo warra diinaaf ergamaa ta’anii qabsoo saba isaanii dura dhaabbachuu dhaan dhiga lammii isaanii dhangalaasaa jiranii fi qabeenya lammii isaanii saamsisaa jiran gocha isaanii irraa deebi’anii cinaa qabsoo saba isaanii dhaabbatanii seenaa isaanii akka haareffatan waamicha ni dabarsina.

Akeekachissa:

  Nani maqaan isaa inni dhugaa Geetahuun Ayyaanaa, maqaan sobaan ittiin socho’u immo Badhaasaa kan jedhamu tokko dhihaa fi lixa wallagaa irraa hanga ambootti chaapaa sobaa kan ABO jedhuun kana chaapeffame waraqaa qabatee socho’uu dhaan sabbontota baayye goyyomsee mana hidhaatti akka guursisaa jiru ji’oota muraasaan dura ergaa lixa Oromiyaa irraa nu dhaqabe mirkineesse jira. Kanaaf sabboonoonni hundi akka of eggaannoo cimaa godhan dhaamna.

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net