Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Fincila diddaa gabrummaa

Adooleessa 2, 2006 (Oromiyaa) - Godina Arsii Ona Siraaroo Keessatti Fincilli Diddaa gabrummaa jabaatee itti fufee jira Torbaanuma kana keessa Ganda Albula Leencaa Keessatti bilbibla mootummaan Ummaataan Too'achuuf ganda san keessatti Dhaabe ummaanni Gandaf Albula Leencoo keessa jiraatuu Tokkummaadhaan Tarkaanfii irratti fudhateen Barbadaayee jira.

Onuma kana keessatti Ganda Qixxee Teessiis keessatti Ummata Naannoo waliti qabanii akkuma amala isaanii ABO uf keessaa baasaa jedhhaniis Ummanni walii galuu dhaan Waltajjii isaanii gadi dhiisanii biraa bayanii jiru.

Ammas Onuma Siraaroo kana keessatti Ganda Shaashoo Golgee jedhamu keessatti Lukkeewwan Gandaa Ummata irratti Rakkoo geessaa turan Lama  Mana jireenyaa isaanii lama irratti tarkaanfii fudhatameen Mannii Lukkeewwan Diinaa Lamaaniituu Guutumaan guutuutti barbadaayee jira.  ummanni Ona Siraaroo Tarkaanfii Lukkeewwan Diinaa irratti fudhatu ammas jabaatee kan itti fufui ta'uu isaa hubachiidan  Tarkaanfiin Qabeenya Lukkeewwan diinaa irratti fudhatamu kuni yoo isaan ammas Gochaa farrummaa kana irraa hin deebine tarkaanfiin irra deebii hin qabne akka irratti fudhatamu beeksisanii jiru.

 

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net