Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Fincila diddaa gabrummaa

Waxabajjii 23, 2006 (Oromiyaa) - Caamsaa 6/10/98ALHti Jequmsaa loltoon wayyaane uumma jiraan Godina Wallagaa bahaa ona Saasiga nannoo gabaa Jimataa kan jedhaamtuti Sababaa warana W.B.O sakataanin jedhun warani wayyaane nannoo sanakeessati uummata Samuu dhaan bayyee rakkisa akka oolanii fi jiran uummati Nannichaa ibsan. Ummanni naannoo waraana wayyaanotaan bayye dararaama akka jiru Dhaamsa dabarsaacha jira. Kanummaraan kan ka’e Tarkaanfin hidhataa tokko irratti Fudhachuun adabbii keessa deebbii hin qabnen adabameera. Ammas garaa fula duraatis yoo gochaa isaanii diina Oromootti duulchisuu hin dhaabne tarkaanfiin fakkaataa Akka fudhatamu akkeekkachiisnaii jiru.

******** 

Lukkeelee kan akka *** waliin dinaaf hoojechaa jiru. Toolasaan nanoo L/shawaati Boonaan ammoo nanoo salaaleeti dhunfataani konkoolataa tokko tokko qabataani midhaa cimmaa geesisaa jiru.  

Yeroo ammaan tana lukkee diina ta'uu dhaan namoota keenya diinaf dabarsaa  kan jiran kanneen akka *** kan kongiresa biyyolessa oromoo ganuun yeroo ammaan tana saboontotaa basaasa jiru irraa baratootnis ta'ee ummanii akka irraa of eegan dhaamun namichii kun hojii isaa kanaa irraa debi'uu baanan yeroo gabaabatti tarkaanfii keessa deebii hin qabnee akka fudhatan dhaamsa dabarsani jiru.

********

Ibsa ejjennoo Maadhee Baaroo Tumsaa 2002

Madheen Barro Tumssa bara 2002 jalatii ijaramnee kan jiru waxabajjii 2 bara 2006 madhee anna adda adda keessa jiru wajjin wlitti dhufudhan waa’ee Qabssoo bilisumma Oromoo ABOn geggeeffamaa jiru irratti mare ga’a geggeessine boodda ibsa ejjennoo armaan gadii baassanee jirra.

IBSA EJJANNOO

Ummatni Oromoo garbummaa jala ba’uuf qabsoo gocha jiru daran finiinsee kallattii hundaan diina muddama keessa galchee sochii dhorkaa jira. Yeroo ammaa uummatni Oromoo kallacha qabsoo bilisummaa isaa ABO waliin hiriiree hirmaatnaa gocha turee fi jiru dachaan dabalee fincila diddaa qabrummaa baballisaa jira. Kanatti dhaabni keenya ABOn jaarmayaale siyaasaa adda addaa waliin wal ta’uu dhaan mooraa humnoota qabsoo bilisummaa gabbisee mooraa diinaa haphisuuf tarkaanfii yeroo ammaatti fudhachaa jiruu fi tooftaa inni fayyadamaa jiru guutummaatti ni deggerra.

  • Dirmachuu qabsaawota keenyaaf goonu cimsuuf shira diinni gurmuu tokkummaa Oromoo diiguuf deemsisu fashaleesuuf bu’aa wareegama ilmaan Oromoo danuu kan ta’e ABO jabeessuuf qoda akka nam tokkottis ta’e gamtaan nu irraa eegamu abinaan bahuuf qophii dha.
  • Kana males qabsoon diddaa gabrummaa daran babal’atee galii isaa hanga ga’utti wareegamaa nu irraa eegamu mara kafaluuf qophii ta’uu keenya ni ibsina.

 

Injifanoo uumata Oromoof

Madhee Baroo Tumssa Bara 2002

Godina wallagaa Lixaa

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net