Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu
Odeessa Biyyaa fi FDG

Waxabajjii 12, 2006 (Oromiyaa) - Sabboontoota Oromoo naamoole adda addaa irraa funaananii hidhuu itti fuffee jiru keessaa kan torbee kana maa’ikalaawii irraa gara karchalleeti dhufan keessaa Geetaachoo kenne, salamoon Boggalaa, Olaanaa Duureessaa Baqqalaa Irgaa, Tasfaayee Fufaa, Taammanaaa Gammadaa Addisuu Goobanaa fi Tsagaayi Goobanaa (obbolaa dha) Tashoomaa Leellisaa, Ashannaafii, Taaddasaa Beekaa, Tasfaayee Beekaa fi Baqqalaa Beekaa, Girmaa Beekaa (Obboleyyan) Baqqalaa Urgaa fi Daawiti Urgaa fi Shawaayee Urgaa( Obboleeyan) warquu Fayyeeraa fi Zambaabaa Fayyeeraa (Obbolaa) Galataa Kaganee fiGammachuu Kafanee( Obbolaa) yoo ta’an kanneen mana hidhaa keessatti dararamani irra gahe Girmaa Beekaa Shawayyee Urgaa fi Zambaabaa Fayyeeraa mana Hidhaa Amboo ti yoo ta’u kaan maa’ikalaawitti akka ture hubchuun danda’ameera..

Gama kaaniin dararama irra gaheen yaalii dhabanii kennen rakkataa jiranii fi amma fayyaa hin qabne kessaa:- Daawit Urgaa  harka biraa  lamshaa’ee, Guddataa Shuubee gurra saa, Laaqaw G/Tsaadiiq harka bitaa cabe, Asfaaw Waltajjii gurra, Likkaasaa Leenjisaa kalee saani dhibamaa jiru. Dabalataan baratoota 40 ol naannoo shawaa kaabaa aanaa kuuyyuu, jaarsoo, dagamii fi abootes kan fidanii jira yeroo ta`u akkuma maqaan saanii nu gaheen isinii ergina.

**** 

D/r Birehanuu Neggaa Oromoo waliin maaliif walii galtan jechuu dhaan anbulansii dhaan fudhanii bakka isaan busan hin beekamu

*********

Nuti miseensonni Maadhee “Jibbaa Roorroo`` jalatti ijaaramne ibsa ejjennoo keenyaa akka kanaa gadii ta’a.:
1. Tuumsa Bilisummaa fi Dimokraasii A B On durfamuun adeemsifame  sagalee guutuun itti amanna.
2. TBD kanas bakka fedhasaatii fi akeeka isaa akka inni gahurratti A B O waliin hiriirree ni hojjenna.
3. Dhiibbaa barattoota Oromoo fi Ummata Oromoo mararra Wayyaaneen geessisaa jirtu ni balaaleffanna !
4. OPDOn diina Ummata Oromooti !!!!
5. Hanga wareegama lubbuutti bilisummaa Ummata Oromootiif  A B O waliin hiriirree ni dhaabbanna !!!
6. Du’aafi hidhaan Ummata Oromoo irra gahaa jiru haa dhaabbatu.
7. Oromoon hiree isaa ofiin haa murteeffatu !
8. Meeshaa diinaa of harkaa qabnu qabsoo ummata Oromoo tiif ni oolchina.
 
Gadaan Gadaa Bilisummaati !
Injifannaan Ummata Oromoof !
Waxabajjii 9,2006 Maadhee

“Jibbaa Roorroo" irraa




Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net