Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Fincila diddaa gabrummaa

Caamsaa 27, 2006 (Oromiyaa) - Yeroo ammaa kana eessaa dhufteen isaanii kann hinbeekamne Oromooti lakkoobsaan 200 ol ta`an mana hidhaa Karchallee isa duraanii adunyaan akka cufametti beeku keessatti bakka „Alem Baqanyi“ jedhamutti hidhaanii rakkisaa akka jiran bira ga`amee jira. Oromooti bakka kanatti hidhamanii jiran kun achi jiraachuu isaanii manni murtiis ta`e firoottan isaanii akka quba hinqabne bira ga`amee jira. Warreen achi keessatti rakkachaa jiran hedduu keessaa akka fakkeenyaatti maqaa dhahuuf:-

1.Guddataa Shubbee, 2. Abbabaa Gonfaa, 3. Galataa Kafanii, 4. Daawit Urgeessaa, 5. Caalumaa Mangistuu, 6. Asaffaa Galataa, 7. laaqewu G/Tsadiq, 8. Asfawu waltajii, 9. Sanyii Xilaahun, 10. warquu fayyeeraa, 11. Fufaa Gubbee, 12. Shuumii Dandanaa, 13. Likaasaa leenjisaa, 14. Fiqaaduu Shiibashii, 15. Taamiruu Alamaayoo, 16. Dajanee Baqalaa fi kkf

Dhaabileen daldalaa dhuunfaan kannaan dura nyaata kontoraataan hidhamtootaaf dhiyeessaa tiran sababa miyaaìna midhaaniif akka gatiin isaanii dabalamu bulchiinsa mana hidhaa qaalittii haa gaafatan malee waan

Rakkina ECONOMY biyyattii qunnamee jiruuf akka dabaluufi hindandeenye ibsanii jiru. Kana irraan kann ka`e nyaata buddeenaa fi shiroo isayyuu walakkaan isaa cirrachaan guutuu ta`e dhiyeesuu dhaabuuf akka murteeffatanii jiran hubatameera.Kanaafnyaata hidhamtootaa tarii gara raashinaatti jijjiiramuun isaa hinhafu kann jedhu shakkii guddaatu jira. Waardiyooti mana hidhaa eeganis yeroo murtaa`e as sababuma kana fakkaatu irraan kann ka`e kann dur buddeena nyaachaa turan gara raashinaatti jala jijjiiramee jiraachuun isaa ifaadha.

Wayyaaneen uummatoota biyyatti hedduminaan mana hidhaatti ukkaamsitee jirtu nyaachisuu irratti rakkoon guddaan ishee mudataa akka jiru hubatameera.

 

IUOf


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net