Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Fincila diddaa gabrummaa

Caamsaa 15, 2006 (Oromyaa) - Barattooni ergamoo wayyaanotaa ta`an maqaa Oromoo warra ilmaan cunqursa fi maqa xuressitotaa ittiin nu waamaniin waamaa barattoota Oromoo xuxxuquun hamlee buusuuf tattaaffiin godhan gootota barattoota Oromoo yuniversity finfnneen dura dhaabbannoon guddaa godhame. Haala kanaan barattooti Oromoo yuniversity finfinnee yeroo amma kana tokkumaan mirga Oromummaa gaafachaa jiru, ergamtuun murna wayyaanotaa hintalli Tigree durbee Oromoo maqaa ``Gaalla`` jedhuun waamuun ishee barattoota Oromoo yuniversity finfinnee duchisiisee jira. Maqaa kana Nafxanyooti ilmaan Oromoo ittiin hamlee cabsuu fi maqaa xureessanii ilaalchi addunyaan Oromoof qabu balleessuuf hikaa jichootaa isaanii irratti maqaa kanaaf hikaa nama hin qaroomne, gara jabeessa, nama nama ajjeesuuf dheebuu qabu, fi kkf jedhanii hiikanii hamii isaanis maqaa kanaan barreessuun isaanii ni beekama. Hardhas wayyaaonnii qawwee harkaa qaban akkuma nafxanyoota duri hardha nafxanyaa nutti ta`aa jiran.

Barattooti Oromoo yuniversity finfinnee hardha gaaffillee ciccimoo duree yuniversity finfinnee gaafachaa jiran. Deebbin isan duree yuniversitcha irraa argatan garuu hin jiru. Haluma kanaan maqa xureessiin fi arabsoon akkanaa kan eegalame kiiloo afur keessati yoo ta'u kiiloo ja'a keessatis hintalii tigree biraan arabni kun irra deebi`amee itti dhimma bahamaa jira. Sababa kanaan barattoonni Oromoo yuniversity finfinnee kan kilo afurii fi kilo jahaa mirga isaanii kabachisuuf sochii irra jiru. Guyyaa jimaata darbe kiiloo afur keessati walgahii galma kiloo afur keessati diiniin kiiloo afuri  Dr. Ara'ayaa barattoota Oromoo waliin godhe irratii barattoonni keenya deebiin gaaffi keenyaaf deebii akkami nu deebiistaan jechuun gaaffataniif ragaan keessan quubsaa waan hin ta'aneef miyoo jecha kana jete mana barnoota irraa hin arisiisu. Kan jedhu erga inni laateen booda baratoonni Oromoo nuti duraa yoo seeraa beektan jenee bakka kanatti walitti qabamne malee erga seeraan barataa saba guddaa hagana gahu arabsite irratti tarkaanfiin naamusaa hin fudhatamnee nutis tarkaanfii mataa keenyaa fudhanna jechuun walgahii dhitanii bahanii jiru.

 Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net