Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Dargaggootni oromo ammaan booda gateettii waanjoo gabrummaa baatu hin qabnu jadhan.

Ebla 22, 2006, (Oromiya) -Kun kan ibsame ergaa fi dhaamsawwan, walaloo,geerarsa,diraamaa fi baacuuwwan sirna kabaja ayyaana gummii dargaagina Afaaan fi guddina aadaa oromo man-barumsa qoqhaa’ina sad 2ffaa bishooftuuti ebla 08/1998 a.l.h gageefamen ture. Qophichaa irratti kan magaalaa Bishooftu dabalate barattooni fi namooni biroo Adaamaa,Moojjoo,Maqii fiFinfiinnee irra dhuufan argamani jiru.

Guyyuma kanati suuraawan qabsaa’ota Oromo ta’an kan akka Jan. Taaddasaa Birruu,Kol. Alamuu Qiixxeessaa fi Maammoo Mazammirbaayinaan gurgurammaa olani jiru. Baniisa ayyaaana gummii issaanin duratti baratooni kun tuiutaan ta’uudhaan “abaa biyyummaa, addaa fi amaantii ormoon jalqabatti qabu ni falmana; ni deebifanaa !”jechuudhaan sirbaa moora ban –brumsichaa yoo seena maangudooni keessumooni galma man –barumsichaa keessa turan ililbeedhaan(ililchaa) ho’aan siimataniiru.

Dargaggootni fi shamaran irri caalaan uffanaa addaa oromo,alaabaa ABO fi alaaba A/Gadaatiin kan miidhaganii muullatan turan.

Qophii kana akka addaa Oromooti eebba abbootiin ol-ka’amee erga banameen booda itti ansuudhaan wareegamtoota gootota oromoo duraanii,baratoota yeerroo kanaatiifi hiidhamtoota miseensa waldaa Macaa fi Tuullammaatiif yaadannoon sammuu daqiiqaa tokkoof qodhamee jira. Dhuma irrat baratoonii ibsa ijjannoo armaan gadii bafataniiti jiran.

  • Waanjoo gabrummaa diduudhaan baratoota Oromo wareegamaa jiraniif hedduu ni gadiina kiitimmaa issaan kafalan nutiis kafaludhaaf qophiidha
  • Haawwaasni addudyaa rakkiina saba oromo irra gahaa jiru akka dhaabatu dhiibaa gamma issaa motummaa wayaanee irrat akka godhu yaamicha ni dabarsiina
  • Dhaabiilleen siyaassaa oromo biiya keessa jiran ajeechaa fi hidhaa ummata oromo irra gahu callissanii illaalluu issaanii ni balaalleffana.

Injifannoo ummata oromotiif!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net