Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Oduu biyyaa

Bitotessa 29, 2006 (Oromiyaa) - Reenfa Barataa Gaaddisaa Hirphasaa Gara maatii isaatti Gaggeessuf warri  deeman karaatti akka reebaman oduun nugeesse jira. Finfinee keessaa ba`anii yoo Magaalaa Giincii ga`an uummanni simachuuf yaalii taasisu lee  Waraanan waan marfameef hin milkoofne. Waraanni kunis akkuma marsetti Magaala Amboo  ga`e achittis Baratoonni Kolleejii Amboo  akka hin baane dhoowwani jiru.

Kana malees magaalaa Gudariifii Amboo jidduutti konkolaataa dhaabanii namoota keessaa buusuun waraanni kun kan reebe yoo ta`u konkolaachiftoota namoota Fe`anii deeman kana irraa fii Baratoota unvarsiitii reenfa waliin deeman irraa Waraqaan eenyummaa akka fudhatamees oduun achii nugeesse ibsite.

Barataa Gaaddisaa Hirphasaa Sirni Awwaalcha isaa Jimaata dhuf akka raawwatamu beekkamee jira sirna awwaalcha isaarrattis uummanni kumaatamatti lakkwwamu akka argamu eeggama.

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net