Bitootessa 7, 2006 (Oromiyaa) - Finciila gaggefamma jiru kanna akuumma tibba darbee gabasineetti ammasi cimme itti fuffe jira walitti bu’iinssa guyyaa kallee (March 06 bara 2006) lukkewaan wayanne fi baratoota mana barumsa qerra waliin gaggefamme\irratti midha guda’aan baratoota irra ga’e jira baratootta midhaan irra ga’e keessa:
1. Barattaa Ashanafii Dhuferra
2. Barataa Masifiin Tafarri
3. Barataa Iranna Tayye
4. Barataa Adisuu Tayye
5. Baratta Tsgayyeen kessatti argamuu Barataa Ashanaafiii, Masfiin fii Irannaan baayyee miidhamanii mana waldhansaa akka galan odeeffannoo kalatti kana irraa arganne irraa hubanne.
Halumma waali fakatuun diddan kuun babala’achuun magalaa gabra gurachtti gagefamma jiratuu issa oddefanoo naga’e irra hubadheen jira magalaa tanna kessatti dukasiin barii hara’a baratootta giduu fi lukkewaan wayanne giduutti akka ta’e damissa kana irra hubadheen jira halii gaggefamma jiru kuun tarii cimma demuu akka maluu dhamsii nuqaqqabbe kuun ni addeessa.
Gadaan Gadaa Bilisummaati!
|