Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
News

Fincila diddaa gabrummaa

Bitootessa 6, 2006 (Oromiyaa) - Tarkaanfii Miseensa Poolisii Federaalaa kan ta'e Tigirticha irratti Baatuutti/ziway/ fudhatame qabata gochuun wayyaanonni qonnaan bulaa Oromoo ukkaamsuu fi qabeenya isaanii saamuu babal'isuun dhagahame. Haala kanaan qonnaan bultoota Fayisaa Herregoo fi Gammachuu Jimaa namoota jedhaman Ganda Giddoo Kombolchaa irraa qabuun qabeenyaa fi maatii isaaniirra balaa geessisaa jiru.

Gara biraan Manneen Hararitti gubatan gubdan jechuun lukkeelee fi wayyanoonni Oromoo adamsanii qabaa jiru, dararama kana hin jedhamne Oromoo ukkaamsuun irraan gahaa jiru.

Kanaaf Oromoonni bakka jiranii gochaa diinummaa wayyaaneen Uummata Oromoo nagaan jiraatan irra qabata barbaaduun geessisaa jirtu kana akka balaaleffatanii fi FDG furmaata waaraa fiduuf akka socho'an sabboontotni naannoo kanaa dhaammatanii jiru. Itti dabalauunis lukkeewwan gochaa farrummaa akkasii keessatti qooda fudhatan akeekkachiisanii jiru!

Dararamni ilmaan Oromoorraan gahu daran qabsootti nu jabeessa malee duubatti nu hin deebisu!

Injifannoon Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

 

 



Injifannoo Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net