Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Baandiin Gadaa aadaa fi sirba isaa Finfinneetti akka hin muldhifanne dhorkame.

Har'a hagayya 6, 2006 wayyaanonni/diinni sagantaa Muuziqaa uummata bashannansiisuuf baandiin GADAA hoteela Hawwiitti qabataa ture akka hin adeemsifamne ummata bittinsuun manatti deebisuun ishee himame. Wayyanonni abbaa qabeenyaa hoteela hawwii mana isaatti itti deemuun dorsiuuni fi uummatni akka qophii aadaa fi sirbaa baandiin gadaa qopheessuu akka hin ilaallee dhorkuun isaanii ummata gaddisisee jira.

Oromoon handhuura biyya isaa finfinnee keessatti aadaa fi sirba isaa akka hin muldhifne dhorkamuun gochaa mirga abbaa biyyummaa Oromoo haaluu, farra mirgaa dhala namaa fi demokrasii ta´uu isaa beektonni Oromoo hadheeffatanii dubbatu.

Sababaa qophiin bashannanaa baandiin gadaa hoteela hawwiitti qophaahe dhorkameef, yeroo ammaa Gootonni barattooti Oromoo gumaacha qabsoo FDG gochaa jiran irraa sodhaa qabduun ta´uu akka dandahus beektonni himu. Mormiin walgahii wayyanotaan gageeffamaa jiru Oromiyaa mara keessatti diddaa, gaaffii fi salpinni jabaan wayyaanota mudate fi mudde nurraa salphisa jedhanii yaadaniitu jedhama.

Injifannoon Uummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net