Adooleessa 12, 2006 (Oromiyaa) - GodinaWallagga/Bahaa/Ona Gudayyaa Biilaa keessatti maadhee Tulluu Caalii jalatti walitti qabaman baa’inaan maadhee 14 ta'an erga wal’gahii bal’aa godhatanii booda ibsa ejjennoo baafatan .
1. Tumsa dhaabni keenyi dhaabbilee mor’mitootaa biro waliin godhe ni deeggarra .
2. Waan nurraa eegamu gochuuf qophiidha .fii KKF tudha.
Godina Lixa/shawaa/Ona Baakkoo Tibbee keessatti maadhee Dhaloota boruu jalatti walitti qabaman baa’inni isssanii maadhee 4 ta’an wal’gahii bal’aa erga godhatanii booda ibsa ejjennoo baafatan .
1. Tumsa dhaabni keenyi dhaabbilee mormitootaa biro waliin godhe ni deeggarra .
2. Fiixaan ba’insa isaatiifis nihojjennaa.
3. Waan nurraa eegamu hundaa nigoona fii KKFtudha .
**********
Odeessa ejjennoo maadhee shawa bahaa!
Godina Shawaa Bahaatti Maadhee Laga Hawaas jalatti ijaaraman:
- Maadhee Galata Qabsoo
- “ “ Hawwii Bilisummaa
- “ “ Qaanqee Bilisummaa
- “ “ Summii Diinaa
- “ “ Boontuu
- “ “ Tulluu Boosat
- “ “ Balleessaa Diina
- “ “ Bakkalcha Bokkan
- “ “ Tokkummaa Jabeessaa
- “ “ Ifa Baasi Dhugaa
- “ “ Barbadeessaa Diina
- “ “ Madda waabee jedhamuun beekaman haal qabsoo Bilisummaa Oromoo Adda Bilisummaa Oromootiin hoogganamuu irratti mari`achuudhaan:
1. Tumsi Bilisummaa fi Diimookiraasii ABOn ijaarame tarkaanfii sirriifi kan fudhatama qabu waan taheef hojii irra ni oolchina.
2. Qabsoo Bilisummaa Oromoo cimsuuf sochii kanaan dura goone caalaatti itti fufuuf waadaa keenya ni haaromsina jedhaniiru.
3. Mootummaan Wayyaanee gochaa diinummaa Uummata keenya irratti raawachaa jirtu saaxiluufi dura dhaabbachuuf qophii tahuun keenya akka nuuf beekamu jedhaniiru.
Injirannoo Ummata Oromoof!!
GadaanGadaa Bilisummaati!!
|